Escolha uma Página

Allaah sodaadhaa

ulfinas isaaf kennaa​

Saʼaatiin murtii isaa waan dhiʼaateef. Isa shamaayʼunii fi lafa, galaanaa fi burqaawwan bishaanii uume sanaaf sagadaa.